Nieuws

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Dubbiidhuma kanaafillee mammaaksa qaba - mammaaksi dubbii fida, dubbii fixas. Oromoo dabalatee ...
Biyya baha Afrikaa- Yugaandaatti maqaan Arsenaal hunda biratti iddoo guddaa qaba. Erga kilabi Ingilaand kun Riyaal Maadriid injifatee ammoo akka ayyaana waggaatti ayyaaneffataa jiru. Arsenaal ...
Arsenaal hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii bara dhufuu argachuuf jecha har’a Man Yuunaayitid waliin morkii cimaa taasisa. Arsenaal tapha Chelsii waliin taasise irratti 4 fi 2’n injifachuun ...